2 Samuel 15:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Daudini bohaa gaara ejersa olkore; inni aka laalala agarsiisu, kobe baafate mata hagogate. Nama isa gula yau ch'ufti mata hagogate akasuma bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti mata'atti haguuggatee uduu kophee lukatti hin godhanne booya'aa gara gaara ejersaa ol baye; baniin isa woliin jiranillee haguuggatanii booya'aa isa faana yaa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ammoo mataa hagooggatee bowaa miila duwwaa gara gaara ejersaa ol baye; kolbaan isa woliin jirtulle martinuu mataa hagooggattee bowaa ol baate.