2 Samuel 15:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini aka Ahithofelini goli Absalomu tahe d'ageennaani Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, mala Ahithofelini Absalomu d'au balleesi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akixoofeelii fi Abeseloom yaadaan tokko jedhanii Daawititti himan; Daawiti Rabbiin, «Gorsa Akixoofeelii akka duwwaa gootu si kadhadha!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, «Ahiitofel worra Abiishaalom woliin mala dhowe keessa jira» jedhanee Daawititti himane; maarre Daawiti, «Ee, Mootii Waan Maraa mala Ahiitofel dhowe san bu'aa akka hin qabaanne godhi» jedhee daadimate.