2 Samuel 15:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini fiit'e gaara, fulla Waaqa iti kad'ataniini bahe jennaani Hushaini ka gosa Arki, jaala isaa, woli argani, ka woyaani isaa tatarsaate Mataani isaa biyye qabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hennaa gaara irratti Rabbii sagadu'uuf dhaqe Kuusi namni gosa Arka'aa uffata ufii biinxee daaraa mataa ufiititti firfirsee gara Daawitii dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti qaccee kooba namooti Waaqa waaqonsanuu yennaa geye, Hushaayi nami biyya Arkii woyaa ifii ta gaddaa tarsaasee, bukuu mataa ifii irratti firfirsee isa fudhatiisaaf dhufe.