2 Samuel 15:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo yo atini dirati deebite, Absalomuni, akuma abba kanketi hojad'e si hojad'a jetteeni na qarqaarte mala Ahithofelini isaa d'au balleesita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gara qacha'aa deebi'iitii Abeseloomiin mootii kiyya ani garbicha sii ta'a akkuma dura abbeetii garbicha ture, siifillee garbicha ta'a yoo jetteen gorsa Akixoofeelii duwwaa goota.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
garuu gara qacha'aa deebitee Abiishaalomiin, ‹Ee mooticha, ani tajaajilaa keeti si'iif hin te'a; ani kanaan qara tajaajilaa abbaa keetii te'eeraayyu; amma ammoo si hin tajaajila› yoo jette, mala Ahiitofel dhowe akka bu'aa hin qabaanne godhiisaan na hin gargaarta.