2 Samuel 15:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri suni ilmaani worra Ahimaasifi Yonathani woliini jirani, duuba dandeete waan d'ageete ch'ufa worraani naa ergita.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Saadooqii Akimaasii fi ilmi Abiyaatarii Yoonaataan ijoolleen isaaniillee isaan woliin achi jiran waan dhageettan maraa isaaniin naa ergi»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Zaadoqii Ahimaazii fi ilmi Abiyaataarii Yonaataan lamaanuu isaan woliin achi jiran; waan dhageette mara karaa isaaniitiin natti ergi» jedhe.