2 Samuel 15:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle iti dare waan jed'e, Ato sila jaallaba na tolchani nama wold'abe ch'ufa yokhaani ka wodeefatu ch'ufa dandae nati d'ufe anini d'uga gula qoraafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom, «Uduu ani abbaa murti'ii ta'ee silaa atta jaaladha; namni iyyannoo qabu gara kiyya yoo dhufe ani murtii qajeelaa isaa murteessa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalom itti dabalee, «Ani biyya irratti abbaa mura'aa adoo te'ee jiraadhee, nami haajaa qabu marti gara kiyya yennaa dhufe, ani muraa haqaa hin kennaayyu» jedha