2 Samuel 15:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Absalomuni nama Israeli ka sila d'ufe d'iba hayyuuni ilaalufi ch'ufa akanaani sobe, ufi gula deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom Israa'eliin keessaa worra murtii argachu'uuf gara mootichaa dhufan maraa akkana waan godha'aa tureef onnee isaanii booji'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalom Israa'eloota muraa haqaa dhaggatiisaaf gara mootichaa dhufanu maraaf tana godhee, Israa'eloota mara gara ifii deebifate.