2 Samuel 15:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi ganna afuri Absalomuni waan hayyichaani jed'e, Aabbo, Hebroni d'aqe kakhu anini AABBO Waaqati kakhad'e guuta, na gad'iisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Woggaa afuriin maayessa Abeseloom mooticha Daawitiin, «Mootii kiyya! akka woreega Rabbii gale raawwadhu gara Keebroonii akka deemu yabo'oo maarre naa jedhi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woggaa afuriin duuba Abiishaalom mootichaan, «Waadaa Mootii Waan Maraatiif gale geessiisaaf gara qachaa Kebroonii akka dhaqu naaf eeyyam!