2 Samuel 15:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini Geshuri lafa Shamu keesa tau, anini AABBO Waaqati kakhad'e, aka hojja inni Yerusalemuti na deebise anini Hebroni keesati isa kad'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garbichi kee Geeshuurii Sooriyaa keessa uduu jiru Rabbi gara Yerusaalemii uduu na deebisee Rabbii ciincaa dhiyeessa jedhee woreega galee ture» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaan keeti biyya Sooriya'aa qachaa Geshuurii keessa yennaa jiru, ‹Mootiin Waan Maraa gara Yerusaalemii yoo na deebise, ani Kebroonitti isaaf hin sagada› jedhee waadaa galeera» jedhe.