2 Samuel 16:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hayyichi waan Abishaifi oboleesa isaa Yoabuni jed'e, Isani maani naraa qabdani? Hojja inni waan Waaqi abaari jed'eefi na abaare eenuti dandae, inni maanifi akasi tolche jed'e gaafata?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee «Isin ijoollee Tsuuriya'aa kun isin hin galchu; yoo Rabbi isa ajajee na abaare ‹Maaf waan kana goota?› jedhee ka isa gaafachuu danda'u eennu?» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi ammoo, «Isin ilmaan Zeruyaan deette, maanti dubbii tiyya keessa isin galche? Mootiin Waan Maraa namichaan, ‹Daawiti abaar› jedheen yoo abaaraa jiraate, ‹Ati maaf tana goota?› jedhee eentu isa gaafatiisa dande'a?» jedhe.