2 Samuel 16:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini waan Abishaifi worra isa gugurdaani jed'e, Ilmi kiyya ufiftu na ijeesu fed'a, namichi gosa Benjamini kunini maanifi isani mamsiisa? AABBO Waaqati abaari jed'eeni, iti lakisa ha abaaruti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti Abiisa'aa fi garboota isaa maraan, «Mucaan kiyya ka ani uumadheeyyuu na ajjeesuu barbaade waan ilma Biiniyaamii maaf maalalfattan? Rabbi waan isa ajajeef haa na abaaruu dhiisaa'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Daawiti Abiishaayii fi qondaaltota isaa maraan, «Ilmi kiyya ka ani uumadhe na ijjeesiisaaf eega barbaade, Beniyaamichi kun attam irra caalaa na ijjeesiisaaf hin barbaadin ree? Maarre Mootiin Waan Maraa isatti waan dubbateef abaaruu ti lakkisa'a!