2 Samuel 16:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hegeri AABBO Waaqi gaargale kiyya arge fulla abaarsa isaa kana na eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
maal laataa Rabbi rakkoo kiyya argee bikka abaarsa ilma Biiniyaamii Rabbi waan mishaa naa godha ta'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa rakkinna kiyya dhaggee addee abaaramiisa kiyyaa adha waan dansaa naaf godha fa te'a» jedhe.