2 Samuel 16:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Daudifi jari isaa kara gula yau, Shemeini worra d'aatu, gaara gubba deeme abaare d'akhafi biyyeeni worra had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitii fi namoonni uduu karaa irra deeman Saamiin cinaa isaatiin gaara irra deema'aa isa abaara'aa dhaga'aan darbata'aa daaraa itti jissa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Daawitii fi namooti isaa karaa ifii ideemane; Shime'i dhakaa itti qolaansaa, bukuu itti bittinneessaa, isa abaaraa kooba cinaa isaa irra ideemaayyu.