2 Samuel 16:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hushaini waan jed'eeni, Anini akami dandae gula deema? Anini gama namicha AABBO Waaqafi gumi tanaafi gochiti Israeli fohate jira, anini gamuma kanke jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuusi Abeseloomiin, «Akkasii miti; ani nama Rabbi filatee fi banii Israa'elii woliin taa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hushaayiille Abiishaalomiin, «Lakkii! Ani nama Mootiin Waan Maraa, kolbaan tunii fi namooti Israa'elii marti filatanee ka isaa hin te'a; isa wolille'een hin le'a;