2 Samuel 16:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Absalomuni waan Ahithofelini jed'e, Mala nu d'ai, waan tolchu malani nuti himi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom Akixoofeeliin, «Akka maal goonu nu gorsita?» Jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abiishaalom Ahiitofeliin, «Me, nutti gorsi; maan godhuu qanna?» jedhe.