2 Samuel 16:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Ahithofelini waan jed'eeni, Beeni, gaarayoota abbeeti ta mana isaa keesati hafte taani ch'ufa bira rafi. Duuba nami Israeli ch'ufti aka akanaani atini abbeeti had'oofte nyaapa tateefi beekhe ammalle golini tanteeleni garaa jabaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akixoofeel deebisee Abeseloomiin «Gara dubartoota abbee mata gala itti galuu seeni akka ati abbee salphifte baniin Israa'elii maruu yoo dhagaye worri si woliin jiru maruu jabaatanii si woliin dhaabatan»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahiitofel Abiishaalomiin, «Gara gursumeeyyii abbaa keetii ka inni mana mootumma'aa akka eeganuuf asitti lakkisee dhaqiitii isaan woliin rafi; achiin duuba Israa'elooti marti akka ati abbaa keeti jibbite hin dhageetti; worri si woliin jirulle hunnaameyyii hin te'an» jedhee gorse.