2 Samuel 16:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Mefiboshethini, akhaakhuni Saulo, meeti? Sibani waan jed'eeni, Inni Yerusalemuti hafe, wonti akanatiifi inni waan worri Israeli arra guddinna akhaakhu isaa Saulo isaa deebisu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, «Ilmi gooftaa keetii eessa jira?» jedheen; Siibaan mootichaan, «Baniin worra Israa'elii kunoo mootummaa abbaa kiyyaa naa deebisa jedhee Yerusaalemiin taa'aara» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi, «Akaakoon goottaa keetii eessa jira?» jedhee gaafate. Ziibaan deebisee, «Inni, ‹Kolbaan Israa'elii mootummaa akaakoo kiyyaa adha deebisanee naaf hin kennan› jedhee waan hedeef, Yerusaalem keessatti hafeera» jedhe.