2 Samuel 16:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shimeini lalabe isa abaare iti murate waan jed'e, Arma keesaa bahi! Armaa d'id'imi, algala harka d'iiga!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamiin Daawitiin, «Bada shufuroo'o! nama dhiigaa na biraa deemi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Shime'i yennaa Daawiti abaaru, «Ati nama dhiigaa! Ati nama hama'a asii bayi; asii bayi!