2 Samuel 16:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini hayyuma Saulo iraa fud'ate jennaani AABBO Waaqi waan atini worra Saulo fit'eefi amma haalo si baafachu jira. AABBO Waaqi ya hayyuma ilma kanke Absalomuti kenne, ammo atini ya badde, bada harka d'iiga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ati waan maatii Saa'olii fixxee mootummaa isaa fudhatteef Rabbi si adaba'aara; Rabbi mootummaa kee ilma kee Abeseloomiif dabarsee kenneera hennaan ati baddullee geetteerti.» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhiiga ati mana Saa'olii keessatti dhangalaatte maraaf, ta ati addee isaatitti mootii teeteef, Mootiin Waan Maraa haluu si bayiisatti jira; Mootiin Waan Maraa mootummaa teeti ilma keeti Abiishaalomitti dabarsee kenneera; ati nama dhiigaa waan teeteef, kunoo wonni hantuun sitti dhufiisatti jirti!» jedhe.