2 Samuel 17:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Ahithofelini waan Absalomuni jed'e, Eegi nama kaima kud'ani lama fohad'e, halkanuma kana Daudi reebe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Akixoofeel Abeseloomiin, «Ani namoota kuma kudha lamaa filee halkanuma kana ka'ee Daawitiin ari'a;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahiitofel Abiishaalomiin, «Nama kuma kudhanii lama filadhee, galgaluma adhaa Daawiti ari'a.