2 Samuel 17:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Absalomufi worri Israeli ch'ufti waan jed'e, Mali Hushai ka Ahithofeli ira jira. Wonti AABBO Waaqi mala Ahithofeli dansa suni gula deemu nama d'owefi, aka badiini Absalomu d'aqabdu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloomii fi namoonni Israa'elii maruu «Gorsi Kuusii gosa Arka'aa gorsa Akixoofeelii caala» jedhan; Rabbi balaan akka Abeseloomiin irra gawu gorsi Akixoofeelii mishaan akka fudhatama hin qabne godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalomii fi Israa'elooti marti, «Gorsa Ahiitofelii caalaa gorsa Hushaayii Arkaa'ichaa woyya!» jedhane. Mootiin Waan Maraa Abiishaalom irratti badii buusiisaaf jedhee gorsi dansaan Ahiitofelii akka hin fudhatanne godhe.