2 Samuel 17:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Amma waan isani tatani, hurrisa, qonqo Dauditi erga, aka inni arra afaani malka lafa aloo suni imbulle, ammo galaana Yordani yoosu taaku, aka isaafi worra isaa ch'ufa qabani infind'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa amma mootichinii fi baniin isa woliin jiru maruu akka hin dhumanne daddafa'aa Daawititti dhaqa'aatii «Daddafii ariifadhuu lafa onaa kana keessa hin bulinii halkanuma kana laga Yoordaanosii ceeyi› jedha'aatii itti himaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Itti dabalee, «Amma ariiti'iin Daawititti nama erga'aatii, ‹Ariiti'iin laga Yordaanosii bu'ii gamatti bayi malee, malkaa gara goomole'ee geessu hin bulin; yoo akkas hin godhin ati mootichii fi namooti si woliin jiranu marti hin liqinfantan› jedha'aa Daawititti hima'a!» jedhe.