2 Samuel 17:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
isaa ka dad'abe ufi jibbaate had'e balleesa. Akanaani inni bahe, worri isaa woliini jiruleeni ch'ufti biraa baqate. Anini hayyu ch'alla ijeesa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduu inni dadhabee harki isaallee laamshayee hadoodee jiru dimmaa balaa itti buusee isa sodaachisa; baniin isa woliin jirullee hin dheessa; mooticha addatti qabee dhaya;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dadhabee addii kutatee adoo jiruu, isa lolee bararassa; achiin duuba namooti isa woliin jiranu isa biraa hin baqatan; ani mootichi callaan qofi hafeeruun isa ijjeesee,