2 Samuel 17:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kae yae jennaani Ahimaasifi Yonathanini eela kaani keesaa yaani, d'aqani Dauditi himani waan jed'aniini, Hurrisi kai galaana taaki, Ahithofelini ya siti malate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga hojjattoonni Abeseloomii dhabanii deemaniin maayessa boolla keessaa bayanii deemanii mooticha Daawitiin bira dhaqanii Akixoofeel gorsa akkanaa waan keessan namoota gorseeraa ka'aa daddafa'aa laga kana ceeyaa'a» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti sun deemaneen duuba, Ahimaazii fi Yonaataan boolla bisaanii san keessaa bayanee, gara mooticha Daawitii dhaqanee, «Ahiitofel si loliisaaf mala waan dhoweef, ka'iitii ariiti'iin laga kanaan gamatti bu'ii bayi» jedhane.