2 Samuel 17:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Absalomufi jari isaa ka Israeli lafa Gileadi keesa qubatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'eliitii fi Abeseloom biyya Gala'aadiititti quphatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elootii fi Abiishaalom biyya Giil'aadii keessa qubatane.