2 Samuel 17:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini Mahanaimuni bahe jennaani, Shobi, ilmi Nahasi, ka dira Raba, ka lafa Amoni keesatifi Makiri ilma Amieli ka dira Lodebaritifi ammalle Barilai ka Rogolemu lafa Gileadi keesaa d'ufeeni wolwoldaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti hennaa gara Mannaayimii gaye qachaa Raaba'aa ta bulchiinsa Amoonii jala turte keessaa dhufe ilma Naa'oosii Shoobii Maakirii ilma Ami'eelii ka qachaa loodoobaariitii dhufee fi Baarziliinii qachaa Roo'ilimii bulchiinsa Gala'aadii jala turte keessaa dhufe arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti qachaa Mahanaayimii yennaa geye, ilmi Naa'ashii Shob ka qachaa Amoonotaa Raabaa keessaa dhufe, ilmi Amii'elii Maakiir ka qachaa Lodebaariitii dhufee fi Baarzilaayin Giil'aadichi ka qachaa Rogeeliimiitii dhufe isa fudhatane.