2 Samuel 17:29 — Compare Translations

1 translations compared side by side

Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
damma, itittuu, hoole'ee fi baaduu Daawitii fi namoota isaatii fidane; isaan, «Kolbaan goomolee keessatti beelotteerti; dadhaddeerti; dheebotteerti» jedhanee waan kana fidane.