2 Samuel 17:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo jara isaa kaani ch'ufa, akuma niiti badde ta d'iirsati galchani, sitiini gala. Atini nama toko ch'alla ijeesu feeta, gumiini taani nagumaani baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma idaayyittiin abbaa worraa ufiititti deebitu banii maraa gara kee deebisa; baniin maruu nagayaan jiraata; namni nagayaan jiraata namni ati ajjeeftu namuma tokko» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa mara gara keeti hin deebisa; duuti nama tokkoo ka ati barbaadduu, nami marti akka deebi'u hin gooti; kolbaan marti nageyaan hin leeti» jedhe.