2 Samuel 17:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Absalomuni waan jed'e, Hushai gayaama, waan inni jed'u d'ageenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom, «Kuusii nama gosa Arka'aa waamaa'a; waan inni jedhu dhageennaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalom ammoo, «Waan Hushaayiin Arkaa'ichi jedhu dhageennaatii, me isa waama'a» jedhe.