2 Samuel 17:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hushaini d'ufe jennaani, Absalomuni waan jed'eeni, Mali Ahithofelini nu d'ae kana; gula yaana? Yo gula yau baane atumaani kanke nuu d'ai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Kuusi gara Abeseloomii dhaqe Abeseloom, «Wonti Akixoofeel dubbate kana, waan inni nutti hime kana godhuu nu barbaachisaa ree? Yoo hin taanee nutti himi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hushaayi gara Abiishaalomii yennaa dhufe, Abiishaalom isaan, «Ahiitofel gorsa kana dhikeesseera; waan inni jedhe kana hin goonaa ree? Waawwo'o yoo jette yaada keeti nutti himi» jedhe.