2 Samuel 17:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Husaini waan jed'eeni, Mali Ahithofelini arra si d'ae kunini dansaniti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuusi garuu Abeseloomiin, «Gorsi amma Akixoofeel si gorse misha'aa miti;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hushaayi deebisee Abiishaalomiin, «Gorsi Ahiitofel kenne yennaa kana dansa'aa moti.