2 Samuel 17:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini imbeeta, abbeetifi jari isaa worra woraana jaba ka goorjama ilme jala qabani ka tae dutu fakaatu. Abbe nama waan woraana guddo beekhu inni halkani askarti woliini imbulu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kuusi akkuma yeyyiin ilmooleen isi'ii yoo jalaa fudhatamte hamaa taatu akkasuma abbeetii fi namoonnillee, hammeeyyi'ii fi jajjabaa akka ta'an hin beetta; abbee loltuu jabaa waan ta'eef loltoota woliin akka hin bulle hin beetta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abbaan keetii fi namooti isaa worra lolaan beekkamane; worra akka doobbaa ilmee jalaa fuudhanee nama sodaachisuu akka te'ane hin beetta; abbaan keeti nama lola akka dansaa barateeru; inni loltoota woliin hin bulu.