2 Samuel 17:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hegeri yona goda d'akha yokhaani fulluma d'ibiti d'okhachuu jira. Yo Daudini askarti tante had'e, nami waan suni d'agayu ch'ufti, askarti Absalomu ya balleesani jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee maal laataa boolla yookaan hulee woyiititti dhokataniiran ta'a; namni akka Daawiti loltoota tee irratti balaa buuse dhagaye maruu yoma san loltoonni tee akka waan mooyatamanii godhee odeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammaayyuu goda keessa yookiin addee dhibii dhokateera fa te'a; inni qara lolee, nama keeti keessaa nami yoo du'e, nami tana dhage'e marti, ‹Loltooti Abiishaalomii marti dhumataneeran› jedhanee hin odeessan.