2 Samuel 18:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ato anini hayyu ch'aqasu dide Absalomuni ijeese, hayyuuni inuma d'agaya — inni waan ind'ageenne inqabu — atinileeni naa indubbattu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre uduu ani ajaja mootichaa diigee ilma isaa Abeseloomiin ajjeesee jiraadhee mootichi waan kana dhagawuun isaa hin oolu ati ammo isa jalaa na hambisuu hin dandeettu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani adoo isa ijjeesee jiraadhee, mooticha wonni dhokatu waan hin jirreef, atinuu natti hin dhiyaattuuyyu» jedhe.