2 Samuel 18:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni waan jed'eeni, Nami arra odu dansa tana geesu siiniti guyya d'ibi inuma geesita, ammo arraniti, waan ilmi hayyuu duefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab «Ilmi mootichaa waan du'eef gaafa biraa itti himtaa adha itti hin himin» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aabille isaan, «Ilmi mootichaa waan du'eef, oduu gammadaa tana guyyaa dhibii himi malee adha itti hin himin» jedhe.