2 Samuel 18:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni waan tisse isaa ta lafa Kushiti d'ufteeni jed'e, Beeni, waan garte kana hayyuti himi. Jennaani tissichi durati gajed'e kae iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab Kuushiin, «Dhaqii waan argite maraa mootichatti himi» jedheen; Kuushi waan Iyyoo'aab jedheen dhagayee fiige.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yo'aab nama biyya Itoophiya'aa tokkoon, «Dhaqiitii waan dhaggite mara mootichatti himi» jedhe; nami biyya Itoophiya'aa sunille Yo'aab duratti fuulaan lafatti gad gombifameen duuba ka'ee fiige.