2 Samuel 18:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahimaasini Yoabu gaargalche waan jed'eeni, Ato inni deemele, nale gadi na d'isi; Yoabuni waan jed'eeni, Ilma kiyya, atini maanifi deemu feeta? Ato deemtele woma keesa inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Saadooqii Akimaas hennaa lammeesso'ootiif Iyyoo'aabiin «Wonti ta'e haa ta'uu yabo'oo Kuushiin faana fiiga» jedheen. Iyyoo'aab «Mucaa kiyya! ati nama oduu mishaa dhagawu waan hin taaneef maaf fiiguu barbaadda?» Jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Zaadoqii Ahimaaz ammalle Yo'aabiin, «Wonni feete dhuttuutii, maganne'ee nama biyya Itoophiya'aa kana gula fiiguu?» jedhe. Yo'aab ammoo deebisee, «Ilma kiyya, ati oduu gammada hintee ta badhaasa dhaggattu hin qaddu, maaf deemiisa barbaadda?» jedhe.