2 Samuel 18:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi wo eegu kaani ammalle millate nama d'ibi ka gadi utaalule arge. Namicha fullo eegu kaaniti lalabe waan jed'ani, Ilaali, namicha toko d'ibi ka koba utaalule! Hayyuuni ammalle waan jed'e, Kulleeni oduma dansaani d'ufuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni daddafee dhiyaate waardiyyichi nama biraa ka fiigu argee nama balbala eega'aarutti lallabee «Nama biraa ka hojja ufii fiigu arge!» jedhe; mootichi, «Kunillee waa gara'aa qaba» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba eeddichi nama dhibii fiigaa dhufu dhaggee, eeddicha karraa waamee, «Kunoo ammalle nami tokko qofii ifii fiigaa dhufiisatti jira» jedhe. Mootichi deebisee, «Kunille oduu gammadaa qaba» jedhe.