2 Samuel 18:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi wo eegu kaani waan jed'e, Namichi dura utaalu kunini aka Ahimaasi utaala. Hayyuuni waan jed'e, Inni nama dansa, oduma dansaani d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waardiyyichi «Fiigichi nama dura fiiga'aaruu fiigicha akka Akimaasii ilma Saadooqii fakkaata» jedhe; mootichi «Inni nama mishaa waan ta'eef oduu mishaa qabatee dhufa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddichi sun, «Fiigichi namaa duraa, ilma Zaadoqii Ahimaaz fakkaata» jedhe. Mootichille, «Inni nama dansa'a! Oduu gammadaa fidee dhufiisatti jira» jedhe.