2 Samuel 18:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ahimaasini hayyu nagaya fuud'e, durati lafaani ufi d'ae waan jed'e, Ee hayyicha AABBO Waaqa kanke ha faarsani ka worra siti garagale nyaapa siti tahe si dabsachiise!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akimaas mootichaan, «Wonti maruu nagaya» jedhee itti lallabe inni mooticha afo'otti addaan lafatti gad kufee, «Rabbi Waaqa kee ka namoota mooticha gooftaa kiyya irratti harka ufii hiixatan dabarsee kenne galanni haa gawu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ahimaaz iyyee mooticha waamee, «Wonni marti si'iif teeteerti!» jedhee, mooticha duratti lafatti gad gombifamee, «Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti ka worra si goottaa kiyya mooticha irratti ka'ane dabarsee kenne leellifamuu ti!» jedhe.