2 Samuel 18:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni waan jed'eeni, Gurbaani Absalomuni jed'ani kaani bahe? Ahimaasini waan jed'eeni, Aabbo hojja hojatuni kanke Yoabuni na erge anini nama wolti bahe, wold'au arge, ammo anini waan suni keesa imbeekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichillee, «Abeseloom ka'imtichi nagaya jiraa?» jedhe. Akimaas ammo, «Hennaa Iyyoo'aab ana garbicha kee erge lola guddaa argee maal akka ta'e hin beenne» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Dargaggeessi Abiishaalom fayya'aa?» jedhee isa gaafate. Ahimaaz deebisee, «Yo'aab tajaajilaa mootichaatii fi ana yennaa ergu, hogaa guddaa tokko dhage'eera; ammoo maan akka te'e hin beeku» jedhe.