2 Samuel 18:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo askartini waan jetteeni, Nu gula indeemtu; nyaapa keennaa womaniti hojja nu garagale baqanne, yokhaani yo nu nama gari fit'anile, ammo atini nuu seera qit'e nama kuma kud'aniti, si d'abu indandeennu. Ira nu jirti yo atini dira keesati hafte armaa qarqaarsa nu ergitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin garuu mootichaan, «Ati nu woliin bawuu hin barbaachisu; nu keessaa namni hagoon dheessinee yoo duubatti deebine yookaan gari gariin keenna yoo dhumne diina keenna maaltu dhibe; ati ammo nu'uu nama kuma kudhaniituu waan caaltuuf qachama kana keessa teettee gargaarsa nu barbaachisu nuu erguu sii woyya» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti ammoo isaan, «Ati hin duulin; nuuti yoo baqanne, isaan nu woyitti hin laakkowanu; nu keessaa gamisi yoo du'elle, isaan woyitti hin laakkowanu; ati nu namoota kana kuma caalta; tanaaf ati qachaa keessa jiraattee yoo nu qarqaarte woyya» jedhane.