2 Samuel 18:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Aka isani ira jirti seetani ch'ufa intolcha. Jennaani inni fullo balbala dirati gore askarti isaa ta ch'ibra nama kumatifi nama d'ibbati gargari qoodamte yaatu laale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi, «Waan mishaa isinitti fakkaate maraa isinii godha» isaaniin jedhe; mootichi afaan balbalaa dhaabate; loltoonni ammo akka ajajaa loltuu dhibbaatii fi akka ajajaa loltuu kumaa ta'a'aa yaa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi deebisee isaaniin, «Ani waan isinitti toltee mudhatte hin godha» jedhe; maarre namooti dhibba dhibbaa fi kuma kumaan yennaa hiriiranee bayanu, mootichi balbala karraa bira dhaabbateeraayyu.