2 Samuel 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Yoabufi Abishaifi Itai yaame waan jed'eeni, Naa jed'a, gurba Absalomuni jed'ani kana intuqina. Askartini ch'ufti jecha Daudini worra abbooti duula kanaani jed'e d'ageete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoo'aab Abiisa'aa fi Itaayiin, «Ka'imticha Abeseloomiin naaf jedha'aa dhiisaa'a» jedhee isaan ajaje, baniin maruu hennaa mootichi waan Abeseloomiitiif ajajoota loltootaa maraa ajaju dhagayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille Yo'aab, Abiishaayii fi Iitaayiin, «Anaaf jedha'aatii Abiishaalomii dargaggicha harka irra qaba» jedhee ajaje; mootichi marroo ilma ifii Abiishaalomii fi ajajjoota tokko tokkoofuu ajaja yennaa kennu, loltooti marti dhageette.