2 Samuel 18:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Had'iisi lafa suni ch'ufa gahe, nami badda keesati hobae nama had'iisa keesati fit'ani kaanile ira jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san waan lolli baadiyyaa keessatti babadhateef worra guraade'een dhuman caalaa worra bosona keessatti dhumetu caala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lolli sun biyya mara dhaqqabee guyyaa san namoota lola keessatti dhumatane irra ka gongomaa keessatti dhumatanetti caala.