2 Samuel 19:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Yoabuni jed'ani, Hayyichi ilma isaa Absalomu jed'e aka hama laalefate bohu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab akka mootichi du'a Abeseloomiitiif faarsa'aa booye dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootichi Daawiti ilma ifii Abiishaalomiif bowaa gaddiisatti jira» jedhanee Yo'aabitti himane.