2 Samuel 19:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu Absalomu qara aka hayyu keenna muunne, ammo amma ya woraana keesati isa ijeesani. Isani maanifi nami tokoleeni aka Daudi deebisu indubbanne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abeseloom ka akka nu irratti mootii ta'u muunne lolaan du'e kanaafuu namni mooticha Daawitiin deebisu'uuf yaalu attamitti dhabame?» jedha'aa wol morma'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiishaalom ka nuuti akka nu bulchuuf filanne, lola keessatti du'eera; maarre mooticha deebinnee fidiisaaf maaf cadhi jettan ree?» jedhaa wol moromane.