2 Samuel 19:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Daudini waan worraani jed'e, Waan isani Amasaani jettani, Atini fiit'a tiyya, armaa achi anini gudda askarti tiyya si tolcha fulla Yoabu. Yo anini iraa oole, Waaqi na ijeesinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amisaayiin, «Ati lafee tiyyaa fi foon kiyyaa mitii? Bara jiraattu maraa bikka Iyyoo'aabii na afo'otti yoo bulchaa loltootaa ta'uu baatte Rabbi waan kana na irratti haa raawwatu» jedha'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasaalle'een, ‹Atille foonii fi dhiiga kiyyaa motii ree? Ammaa jalqabee, addee Yo'aabiititti ajajaa loltoota tiyyaa yoo si hin godhin Waaqi na ijjeesuu ti!› jedha'aan» jedhe.