2 Samuel 19:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini isaa tunini worra Yuda ch'ufa garaa seente, worri qonqo isati erge waan jed'e, siifi jari kanke ch'ufti gala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaada namoota Yihuuda'aa maraa akka yaada nama tokkoo godhee gara ufii deebifate; gara mootichaallee dhaamsa erganii «Ati loltoota hojjattoota kee maraa woliin deebi'i» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni kolbaan Yihuda'aa marti gadhaa tokkochaan gara isaa akka deebitu godhe; isaanille, «Atii fi namooti keeti marti deebi'a'a» jedhanee itti ergane.