2 Samuel 19:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Shimeini ilmi Gera, ka gosa Benjamini, ka Bahurimu bahe, utaale hayyu Daudi argu d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamiin ilma Geeraa gosa Biiniyaamii ka biyya Biraaqii ture namoota Yihuuda'aa woliin Daawitiin simachu'uuf daddafee dhaqe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Geraa Shime'i nami biyya Beniyaaminii, qachaa Bahuriimii keessaa mooticha Daawiti fudhatiisaaf, namoota Yihuda'aa woliin ariifatee gad bu'e.